Talaallii

Yeroo ammaa Namni umriin isaa ji’a 6 fi sanii olii hundi talaallii covid-19 fudhachuu ni dandaya.

Talaallii COVID-19 kee kan tolaa fudhadhu.

  • Yeroo ammaa Namni umriin isaa ji’a 6 fi sanii olii hundi talaallii covid-19 fudhachuu ni dandaya.
  • Inshuraansiin hin barbaachisu. Waraqaa eenyummaa qabaachuun dirqamaa miti.
  • Mataa kee, maatii fi hawaasa kee eegudhaaf yoo filatta tahe ammallee talaallii covid-19 kan jalqabaa fudhachuu dandeessa.
  • Talaallii covid-19 fi kan madinummaa ol guddifachuuf fudhatamu irratti sii fi maatiinkee haala yeroo wajjiin jiraachuukee mirkaneeffadhu. Jiddugalli Ittisaa fi tohannoo dhukkubootaa (CDC) talaallii madinummaa ol guddifachuuf fudhatamu namoota umriin isaanii ji’a 6 fi sanaa oliitiif raggaasisee jira.

Kilinikoota talaallii hawaasaa

Beginning of tab section with 2 tabs. Left and right arrow keys will navigate between tab navigation links.

Kilinikoota Hawaasaa talaalliif dhufaa jiran

Magaalaa Siinpoolitti Biiroon Fayyaa Ramsii kaawuntii fi waahillan hawaasaa kilinikoota bilisaan talaallii kennan namoota insurraansii hin qabnee fi insuraansii gahaa hin taane qabaniif ni dhiheessu. Yoo inshuraansii fayyaa qabaattee fiittifadamuu dandeessa tahe talaallii covid-19 kan fooyya’e dhiheessitoota yaalaa kee kan idilee yokiin iddoo biraa kan inshuraansii fayyaa sana fudhatutti akka fudhattu ni gorfama.

  • Yoo duraan talaallii covid-19 bakka biraatti waraannattee jiraattees talaallii fooyya’e kilinika kamittuu fudhachuu dandeessa.
  • Bara 2023-2024 talaalliin fooyya’e kilinikoota kanneenitti ni argama.
  • Haguuggii funyaanii godhachuun ni gorfama.

Call Public Health’s vaccine phone line with questions: 651-266-1190 (Monday – Friday: 8 a.m. – 4:30 p.m.) 

Mexican Consulate with St. Mary’s

797 East 7th St.
Saint Paul 55106

  • Bitootessa 25 (9WD – 1WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin waggaa 5 fi sanaa ol tahe​. 
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

Mexican Consulate with St. Mary’s

797 East 7th St.
Saint Paul 55106

  • Bitootessa 27 (2 – 6WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin isaanii Ji’a 6 fi sanaa ol tahe​. 
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

Twxuj Ci Lower Campus

1089 Cypress St.
Saint Paul 55106

  • Bitootessa 27 (5 – 8WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin waggaa 5 fi sanaa ol tahe​. 
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

Camphor Church

585 Fuller Ave.
Saint Paul 55103

  • Bitootessa 28 (3 – 6WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin isaanii waggaa 12 fi sanaa ol tahe​. 
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

Tserha Aryam Kidist Selassie EOTC

2601 Minnehaha Ave. S
Minneapolis 55404

  • Bitootessa 30 (10WD – 2WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin waggaa 5 fi sanaa ol tahe​. 
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

24th Street Mall with AICS

912 E 24th St.
Minneapolis 55404

  • Bitootessa 30 (2:30 – 6WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin waggaa 5 fi sanaa ol tahe​. 
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

The Family Partnership

1527 E Lake St.
Minneapolis 55407

  • Ebla 2 (12 – 3:30WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin isaanii waggaa 12 fi sanaa ol tahe. Talaallii Mpox.
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

Partners in Prevention Clinic

2400 Park Ave.
Minneapolis 55404

  • Ebla 4 (11WD – 1:30WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin isaanii waggaa 12 fi sanaa ol tahe. Talaallii Mpox.
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

A Mother’s Love

701 W Broadway
Minneapolis 55411

  • Ebla 9 (4:30 – 6:30WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin isaanii waggaa 12 fi sanaa ol tahe. Talaallii Mpox.
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

CWA Local 7200 with COPAL

3521 E Lake St.
Minneapolis 55406

  • Ebla 13 (10WD – 3WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin isaanii Ji’a 6 fi sanaa ol tahe​. 
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

Tserha Aryam Kidist Selassie EOTC

2601 Minnehaha Ave. S
Minneapolis 55404

  • Ebla 20 (10WD – 2WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin waggaa 5 fi sanaa ol tahe​. 
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

Tserha Aryam Kidist Selassie EOTC

2601 Minnehaha Ave. S
Minneapolis 55404

  • Ebla 27 (10WD – 2WB)
    Gosa talaallii covid-19 kan Pfizer jedhamuu namoota umriin waggaa 5 fi sanaa ol tahe​. 
    Kallattiin qaamaan dhufuun ni keeysummeeffama.

Talaallii covid-19 manatti fudhachuuf gaafachuu

Beellamni Talaallii covid-19 manatti fudhachuuf gaafatamu karaa biiroo fayyaa Minisootaatiin jira. Tajaajilli kun namoota mana keeysa jiraatanii fi ijoolleedhaafi. Learn more.

Beellama qabadhu

1-833-431-2053 Bilbili. Tajaajilli afaanii ni jira.

  • Wixata, Roobii, Jimaata WD sa`aa 9 hanga WB sa’aa 5tti
  • Kibxata, Kamisa WD sa’aa 9 hanga WB sa`aa 7.
Back to tab navigation. End of tab content.

Madinummaa ol guddifachuuf waraannachuu

Kaardii talaallii