Talaallii

Beginning of tab section with 3 tabs. Left and right arrow keys will navigate between tab navigation links.
- Kilinikoota Ramsii kaawuntiin gaggeeffamu
- Kilinikoota hariiroo hawaasummaa
- Talaallii covid-19 manatti fudhachuuf gaafachuu
Kilinikoota Ramsii kaawuntiin gaggeeffamu
Ramzii kaawuntii keessatti Biiroon fayyaa Senpoo lii fi haldaaleen hawaasaa isaan faana shariikummaan hojjatan kilinikoota talaalliin covid-19 itti kennamu hundatti namoota umriin isaanii ji’a 6 fi sanaa ol tahaniif talaallii tolaan dhiheessaa jiru. The fall 2023 updated vaccine is available at these clinics.
- Waraqaa eenyummaa yokiin Insuraansii fayyaa qabaachuun hin barbaachisu.
- Iddoo biraatti talaallii fudhattee jiraattullee Talaallii fooyyeffame Ramsii kaawuntii irraa waraannachuu dandeessa.
- Kilinikoota talaalliin Ramzii kaawuntiin gaggeeffamaa jirutti haguuggii fuulaa godhachuun dirqama.
Consulate of Mexico
797 East 7th St.
Saint Paul 55106
- Muddee 6 (2WB - 6WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Talaallii flu.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
- Muddee 20 (2WB - 6WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Talaallii flu.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
- Muddee 27 (2WB - 6WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Talaallii flu.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
To schedule please call 612-296-4172.
Beellama qabachuun duratti
- Yoo nama covid-19 qoratamee poozitivii tahee wajjiin wal qunnamte , yoo ho’a qaamaa qabaattee fi haalli gaariin sitti dhagahamaa hin jiru tahe gara kilinikaa hin dhufin.
Yeroo beellamaatti wanni sirraa eegamu
- Maqaa kee fi kan akaakayyuu keetii, bara dhalootaa fi teessoo jireenyaa kee himuu.
- Xalayaa eenyummaa fi insuraansii fayyaa fiduun sirra hin jiraatu.
- Erga talaallii fudhatteen booda si ilaaluuf daqiiqaa 15-30 achi taa’uuf karoorsi.
Kilinikoota hariiroo hawaasummaa
Irra caalaan kinikoota hawaasaa (community partners) tajaajila talaallii karaa Ramsii kaawuntiitiin kennu. The fall 2023 updated vaccine is available at these clinics. Kilinika toora kee jiru barbaadi. Maaloo kilinikoota kawaasaa (community partner clinics) fuula duraaf irra deebiin ilaalii mirkaneeffadhu.
Consulate of Mexico
797 East 7th St.
Saint Paul 55106
- Muddee 6 (2WB - 6WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Talaallii flu.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Twin Cities Recovery with CWC
3400 East Lake St.,
Minneapolis, 55407
- Muddee 8 (1WB - 4WB)
Pfizer waggaa 5 fi + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Talaallii flu.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Consulate of Mexico
797 East 7th St.
Saint Paul 55106
- Muddee 9 (9WD - 1WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Talaallii flu.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
A Mother's Love-- Northside Community Center at Cub
701 West Broadway,
Minneapolis, 55411
- Muddee 12 (4:30WB - 7WB)
Pfizer waggaa 5 fi + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Talaallii flu. Mpox vaccine.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
CLUES
797 East 7th Street,
Saint Paul, 55106
- Muddee 15 (1:30WB - 5:30WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Talaallii flu.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Consulate of Mexico
797 East 7th St.
Saint Paul 55106
- Muddee 20 (2WB - 6WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Talaallii flu.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Vietnamese Social Services
277 University Ave. W.,
Saint Paul, 55103
- Muddee 20 (2WB - 6WB)
Pfizer waggaa 5 fi + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Talaallii flu. Mpox vaccine.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Consulate of Mexico
797 East 7th St.
Saint Paul 55106
- Muddee 27 (2WB - 6WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Talaallii flu.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Talaallii covid-19 manatti fudhachuuf gaafachuu
Beellamni Talaallii covid-19 manatti fudhachuuf gaafatamu karaa biiroo fayyaa Minisootaatiin jira. Tajaajilli kun namoota mana keeysa jiraatanii fi ijoolleedhaafi. Learn more.
Beellama qabadhu
1-833-431-2053 Bilbili. Tajaajilli afaanii ni jira.
- Wixata, Roobii, Jimaata WD sa`aa 9 hanga WB sa’aa 5tti
- Kibxata, Kamisa WD sa’aa 9 hanga WB sa`aa 7.