Meeshalee, xalayaa odeeffannoo fi vidiyoolee
Odeeffannoo Dhukkuba koroonaa irratti Waajjirri Ramsey County fi Dhaabbileen Hawaasummaa qopheessan.
Sanadoota
Rreeffamni odeeffannoo kanaan gadii kun bifa PDFniis jira.
Talaallii
Talaallii fi Daa’imman
- Daa’ima Keessan COVID-19 irraa eegaa
- Talaallii COVID-19 Dargaggoo fedhiiwwan addaa qabaniif ykn qaamaan midhamaniif
Talaallii fi Ulfa
Qorachiifamuu
Yoo si dhukkube, yokiin yoo poozitivii taate
- Qunnamtii Dhihoo ykn Saaxilamummaa COVID-19
- Adda of baasuu fi seerota bakka adda of baasuu (PDF)
- COVID-19 Yoo Ofirratti Argitan Maal Gochuu Akka Qabdan
Qorichoota COVID-19 yaaluuf gargaaran
Imala
Haguuggii
- Attamiin Maaskii Keessaan Sirriin akka Kaawwattan
- Face coverings/mask information and recommendations
Ittisuu
- Ittisi daddarbina COVID-19 (PDF)
- Akkmiti hoo'a qama lakkofta? (PDF)
- Addan fagaachuu hawaassuma hujii irra oolchi, Maaloo - 8.5x11 (PDF)
- Addan fagaachuu hawaassuma hujii irra oolchi, Maaloo - 11x17 (PDF)
Odeeffannoo nyaataa - Food resources
Additional resources - Odeeffannoo nyaataa
Ramadan
Vidiyoo
Ulfaa fi talaallii Covid-19
Aisha, Narsoota Galmaawan
- Yoo talaalliin kun dubartoota ulfaatiif kan tahu tahe ulfa qabaachuu koo iddoo kilinika talaalliitti maaliifiin gaafatama?
- Dubartiin ulfaa talaalamuu ni dandeessii?
Jenny, Narsoota Galmaawan
- Yoo talaalliin kun dubartoota ulfaatiif kan tahu tahe ulfa qabaachuu koo iddoo kilinika talaalliitti maaliifiin gaafatama?
- Dubartiin ulfaa talaalamuu ni dandeessii?
Talaallii Covid-19 ijoolleedhaaf
Nebat, Ogummaan Kiyya Labooraatoriidhaa
- Ijoolleen covid-19’n qabaman hedduu hin dhukkubsatan yoo tahe talaalamuun maaliif barbaachise?
- Talaalliin kun ijoolleef fayyaalessa tahuu isaa maaliin beeyna? miidhaan yeroo gabaabaa fi yeroo dheeraa keessatti namarraan gahuu dandahu maali?
- Talaalliin covid-19 ijoollee umriin isaanii waggaa 5-11 tahaniif mirkaneeffamuuf maaliif yeroo dheeraa fudhate?
- Yoo sababa talaalliin miidhaa irra gahu hordofee daa’imni kiyya mana barumsaa irraa hafuun mana turuu fedhe maal gochuun qaba?